-
Roomaa 16:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+ 18 Namoonni akkasii garboota kan taʼan garaa isaaniitiif malee Gooftaa keenya Kiristoosiif miti; isaan arraba laafaa fi dubbii sobaatiin garaa namoota hin shakkinee sossobanii gowwoomsu.
-