Baʼuu 31:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne. Baʼuu 34:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama boci;+ anis gabateewwan kana irratti jechoota gabateewwan dhagaa warra jalqabaa warra ati caccabsite+ sana irra turan nan barreessa.+
18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.
34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama boci;+ anis gabateewwan kana irratti jechoota gabateewwan dhagaa warra jalqabaa warra ati caccabsite+ sana irra turan nan barreessa.+