Filiphisiyus 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kaayyoon koo, isaa fi humna duʼaa kaʼuu+ isaa beekuu, akkasumas duʼa akka isaa duʼuuf of kennuudhaan+ dhiphina isaa irraa hirmaachuu dha;+ 1 Pheexiros 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaa mannaa, rakkina Kiristoos irraa waan hirmaattaniif+ hammuma sana gammaduu keessan itti fufaa;+ kunis yeroo inni ulfina isaatiin mulʼatutti akka gammaddanii fi akka ililchitan godha.+
10 Kaayyoon koo, isaa fi humna duʼaa kaʼuu+ isaa beekuu, akkasumas duʼa akka isaa duʼuuf of kennuudhaan+ dhiphina isaa irraa hirmaachuu dha;+
13 Kanaa mannaa, rakkina Kiristoos irraa waan hirmaattaniif+ hammuma sana gammaduu keessan itti fufaa;+ kunis yeroo inni ulfina isaatiin mulʼatutti akka gammaddanii fi akka ililchitan godha.+