2 Pheexiros 1:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Hamman dunkaana*+ kana keessa jirutti wanta kana isin yaadachiisee isin dammaqsuun koo sirrii natti fakkaata;+ 14 akkuma Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos anaaf ibsetti, yeroo dhihootti dunkaana kana dhiisee akkan deemu beeka.+
13 Hamman dunkaana*+ kana keessa jirutti wanta kana isin yaadachiisee isin dammaqsuun koo sirrii natti fakkaata;+ 14 akkuma Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos anaaf ibsetti, yeroo dhihootti dunkaana kana dhiisee akkan deemu beeka.+