-
Lallaba 4:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Wal morkiin+ isaan gidduu jiru, namoonni carraaqqii guddaa akka godhanii fi hojii gaarii akka hojjetan kan isaan kakaasu taʼuu isaa argeera; kunis wanta gatii hin qabne dha; akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.
-
-
1 Qorontos 4:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Eenyutu siin isa kaan irraa adda godhe? Wanta hin fudhanne maal qabda?+ Fudhatteetta taanaan immoo, akka waan hin fudhanneetti maaliif of jajja?
-