-
1 Qorontos 12:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Sababiin isaas, Yihudoonnis taʼe Giriikonni, warri garbummaa jala jiranis taʼe warri bilisooman, hundumti keenya qaama tokko taʼuuf hafuura tokkoon cuuphamneerra; hundi keenya akka dhugnuufis hafuurri tokko nuuf kennameera.
-
-
Qolosaayis 3:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+ 11 isa keessas Giriikiin yookiin Yihudiin, dhaqna kan qabate yookiin dhaqna kan hin qabanne, ormi, Iskutees,* garbichi yookiin namni bilisa taʼe hin jiru; Kiristoos garuu waan hundumaa ti, hundumaa keessa jiras.+
-