-
Qolosaayis 4:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Obboleessi koo jaallatamaan Tikiqoos+ inni tajaajilaa amanamaa taʼee fi anaa wajjin akka garbichaatti Gooftaa tajaajilu waaʼee koo waan hundumaa isinitti hima. 8 Haala akkamii keessa akka jirru akka beektanii fi akka isin jajjabeessuuf ani gara keessanitti isa nan erga.
-