Roomaa 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, Waaqayyo utuma nuti cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka duʼu gochuudhaan jaalala nuuf qabu argisiiseera.+ 1 Yohaannis 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge. 1 Yohaannis 4:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Inni dursee waan nu jaallateef,+ nuti jaalala ni argisiisna.
8 Haa taʼu malee, Waaqayyo utuma nuti cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka duʼu gochuudhaan jaalala nuuf qabu argisiiseera.+
9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge.