Isaayyaas 65:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 65 “Warri na hin gaafanne akka na barbaaddatan nan heyyame;Warri na hin barbaaddanne akka na argatan nan heyyame.+ Saba maqaa koo hin waammanneen, ‘Kunoo asan jira, kunoo asan jira!’ nan jedhe.+
65 “Warri na hin gaafanne akka na barbaaddatan nan heyyame;Warri na hin barbaaddanne akka na argatan nan heyyame.+ Saba maqaa koo hin waammanneen, ‘Kunoo asan jira, kunoo asan jira!’ nan jedhe.+