1 Ximotewos 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 tarii yoon ture maatii Waaqayyoo,+ jechuunis gumii Waaqa jiraataa isa utubaa fi deggertuu dhugaa taʼe keessatti akkamitti jiraachuu akka qabdu akka beektuufi. Ibroota 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+
15 tarii yoon ture maatii Waaqayyoo,+ jechuunis gumii Waaqa jiraataa isa utubaa fi deggertuu dhugaa taʼe keessatti akkamitti jiraachuu akka qabdu akka beektuufi.
6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+