-
Efesoon 1:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 kana kan godhe iccitii qulqulluu+ waaʼee fedhii isaa ibsu nutti beeksisuudhaani. Iccitiin kunis kaayyoo isaa wajjin haala wal simuun wanta inni raawwachuu barbaadee wajjin kan wal qabate dha; 10 yeroon murteeffame yommuu xumuramutti bulchiinsa tokko hundeessuudhaan, wantoota hunda, jechuunis wantoota samii keessaa fi wantoota lafa irraa gara Kiristoositti walitti qaba.+ Eeyyee, karaa isaa wantoonni hundi walitti qabamu;
-