Yohaannis 18:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe. Efesoon 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa waan qabnuuf Kiristoosii wajjin nu kaasee, isaa wajjin iddoowwan samii keessa akka teenyu godhe;+ Qolosaayis 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haa taʼu malee, isin Kiristoosii wajjin duʼaa kan kaatan erga taʼee,+ wantoota samii irra, jechuunis mirga Waaqayyoo bakka Kiristoos taaʼe+ jiran barbaaduu keessan itti fufaa.
36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe.
6 Kana malees, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa waan qabnuuf Kiristoosii wajjin nu kaasee, isaa wajjin iddoowwan samii keessa akka teenyu godhe;+
3 Haa taʼu malee, isin Kiristoosii wajjin duʼaa kan kaatan erga taʼee,+ wantoota samii irra, jechuunis mirga Waaqayyoo bakka Kiristoos taaʼe+ jiran barbaaduu keessan itti fufaa.