Maatewos 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Isin soogidda+ lafaa ti; garuu soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe, akkamitti miʼaa isaa deebisee qabaachuu dandaʼa? Alatti gatamee+ namoonni irra ejjetu malee, sana booda waan tokkoof iyyuu hin fayyadu. Maarqos 9:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Soogiddi gaarii dha; soogiddummaa isaa yoo dhabe garuu maaliin isa miʼeessitu?+ Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa;+ walii wajjin nagaa qabaadhaa.”+ 1 Pheexiros 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaa mannaa, garaa keessan keessatti Kiristoosiif akka Gooftaatti ulfina kennaa; nama waaʼee abdii keessanii isin gaafatu hundumaaf deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼoo taʼaa; kana kan gootan garuu garraamummaa+ fi ulfina guddaadhaan haa taʼu.+
13 “Isin soogidda+ lafaa ti; garuu soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe, akkamitti miʼaa isaa deebisee qabaachuu dandaʼa? Alatti gatamee+ namoonni irra ejjetu malee, sana booda waan tokkoof iyyuu hin fayyadu.
50 Soogiddi gaarii dha; soogiddummaa isaa yoo dhabe garuu maaliin isa miʼeessitu?+ Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa;+ walii wajjin nagaa qabaadhaa.”+
15 Kanaa mannaa, garaa keessan keessatti Kiristoosiif akka Gooftaatti ulfina kennaa; nama waaʼee abdii keessanii isin gaafatu hundumaaf deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼoo taʼaa; kana kan gootan garuu garraamummaa+ fi ulfina guddaadhaan haa taʼu.+