Luqaas 8:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+ 1 Qorontos 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaa mannaa, ogummaa Waaqayyoo isa iccitii qulqulluu keessa jiru,+ jechuunis ogummaa isa dhokataa isa inni sirna kana dura ulfina keenyaaf dursee murteesse sana dubbanna.
10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+
7 Kanaa mannaa, ogummaa Waaqayyoo isa iccitii qulqulluu keessa jiru,+ jechuunis ogummaa isa dhokataa isa inni sirna kana dura ulfina keenyaaf dursee murteesse sana dubbanna.