Hojii Ergamootaa 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis Amfiipholiisii fi Apholoniyaa keessa darbanii gara Tasalonqee dhufan;+ bakka kana manni sagadaa Yihudootaa tokko jira ture. Hojii Ergamootaa 17:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaan kan kaʼes, isaan keessaa tokko tokko amantoota taʼanii gara Phaawulosii fi Siilaas goran;+ Giriikonni Waaqayyoon waaqeffatan hedduunis dubartoota beekamoo taʼan hedduu wajjin akkasuma godhan.
17 Achiis Amfiipholiisii fi Apholoniyaa keessa darbanii gara Tasalonqee dhufan;+ bakka kana manni sagadaa Yihudootaa tokko jira ture.
4 Kanaan kan kaʼes, isaan keessaa tokko tokko amantoota taʼanii gara Phaawulosii fi Siilaas goran;+ Giriikonni Waaqayyoon waaqeffatan hedduunis dubartoota beekamoo taʼan hedduu wajjin akkasuma godhan.