-
Yohaannis 14:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis iddoo ani jiru akka jiraattaniif deebiʼee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.+
-
-
2 Qorontos 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, nuti ija jabina guddaa qabna, akkasumas qaama keenya irraa fagaannee bakka jireenyaa keenya Gooftaa wajjin godhachuu filanna.+
-