Luqaas 17:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Guyyaa Loox Sodoomii baʼetti garuu, ibiddii fi dinyiin samii irraa roobee hunda isaanii balleesse.+ 30 Guyyaa Ilmi namaa mulʼatu+ sanattis akkasuma ni taʼa. 1 Pheexiros 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 qorumsawwan kun kan isin irra gaʼan, amantiin keessan inni qorame,+ inni warqii isa ibiddaan yoo qorame* illee baduu dandaʼu caalaa gatii guddaa qabu sun yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja akka isiniif argamsiisuufi.+
29 Guyyaa Loox Sodoomii baʼetti garuu, ibiddii fi dinyiin samii irraa roobee hunda isaanii balleesse.+ 30 Guyyaa Ilmi namaa mulʼatu+ sanattis akkasuma ni taʼa.
7 qorumsawwan kun kan isin irra gaʼan, amantiin keessan inni qorame,+ inni warqii isa ibiddaan yoo qorame* illee baduu dandaʼu caalaa gatii guddaa qabu sun yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja akka isiniif argamsiisuufi.+