5 Kanaafuu, utuu yeroon isaa hin gaʼin wanta kam irratti iyyuu hin murteessinaa;+ hamma Gooftaan dhufutti eegaa. Inni wantoota dukkana keessa dhokatan ifatti baasa; yaadni garaa namaa keessa jirus akka beekamu godha; yeroo sanatti namni hundi Waaqayyo irraa galata isaaf malu fudhata.+