-
Hojii Ergamootaa 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Saaʼol garuu barattoota Gooftaa rakkisuu fi isaan ajjeesuuf dhaadachaa+ gara luba ol aanaa dhaqe; 2 achiis dhiirotas taʼan dubartoota nama Daandii Gooftaa hordofu kam iyyuu yoo argate, hidhee gara Yerusaalemitti fiduu akka dandaʼuuf manneen sagadaa Damaasqoo jiranitti xalayaan akka isaaf barreeffamu gaafate.+
-
-
Filiphisiyus 3:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 guyyaa saddeettaffaattan dhaqna qabadhe;+ saba Israaʼel irraa, gosa Biiniyaam keessaan dhaladhe; ani Ibricha Ibroota irraa dhalate dha;+ seera ilaalchisee immoo Fariisicha dha;+ 6 hinaaffaa ilaalchisee, gumicha ariʼachaan ture;+ qajeelummaa seera irratti hundaaʼe ilaalchisee immoo, hirʼina akkan hin qabne mirkaneesseen ture.
-