Maatewos 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.” Maarqos 10:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Sababiin isaas, Ilmi namaa iyyuu kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.” Qolosaayis 1:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+
28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”
45 Sababiin isaas, Ilmi namaa iyyuu kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”
13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+