-
Qolosaayis 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 misiraachoon kun isin biras gaʼeera. Misiraachoon kun akkuma guutummaa addunyaatti firii godhachaa fi babalʼachaa jiru,+ dhugaa gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guyyaa itti dhageessanii fi sirriitti beektanii jalqabee isin gidduuttis firii godhachaa fi babalʼachaa jira.
-