1 Ximotewos 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Hemenewoosii+ fi Iskindiris isaan keessaa tokko dha; isaan adaba irraa baratanii Waaqayyoon arrabsuu irraa akka of qusataniif ani Seexanatti dabarsee isaan kenneera.+
20 Hemenewoosii+ fi Iskindiris isaan keessaa tokko dha; isaan adaba irraa baratanii Waaqayyoon arrabsuu irraa akka of qusataniif ani Seexanatti dabarsee isaan kenneera.+