Yohaannis 13:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihudaan daabboo cabduu sana erga fudhatee booda Seexanni isatti gale.+ Kanaafuu Yesuus, “Wanta gochaa jirtu, dafii godhi” isaan jedhe. Hojii Ergamootaa 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Pheexiros garuu akkana jedhe: “Yaa Anaaniyaas, Seexanni hafuura qulqulluu+ akka sobduu fi maallaqa laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka onnattu kan si godhe maaliifi?+ 1 Ximotewos 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Hemenewoosii+ fi Iskindiris isaan keessaa tokko dha; isaan adaba irraa baratanii Waaqayyoon arrabsuu irraa akka of qusataniif ani Seexanatti dabarsee isaan kenneera.+
27 Yihudaan daabboo cabduu sana erga fudhatee booda Seexanni isatti gale.+ Kanaafuu Yesuus, “Wanta gochaa jirtu, dafii godhi” isaan jedhe.
3 Pheexiros garuu akkana jedhe: “Yaa Anaaniyaas, Seexanni hafuura qulqulluu+ akka sobduu fi maallaqa laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka onnattu kan si godhe maaliifi?+
20 Hemenewoosii+ fi Iskindiris isaan keessaa tokko dha; isaan adaba irraa baratanii Waaqayyoon arrabsuu irraa akka of qusataniif ani Seexanatti dabarsee isaan kenneera.+