16 Phaawulos Darbee gaʼe; achiis Lisxiraa dhaqe.+ Barataan Ximotewos jedhamu tokko achi jira ture;+ haati isaa Yihudii Gooftaatti amantu yeroo taatu, abbaan isaa garuu nama Giriikii ture; 2 Ximotewos obboloota Lisxiraa fi Iqooniyum biratti maqaa gaarii qaba ture.