Qolosaayis 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Ani amma isiniif jedhee rakkachaa kanan jiru taʼus+ gammadaan jira. Kutaa qaama Kiristoos waanan taʼeef rakkinni ana irra gaʼu akka itti fufu natti dhagaʼama. Rakkinni kunis qaama Kiristoosiif,+ jechuunis gumichaaf+ faayidaa argamsiisa. 2 Ximotewos 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Loltuu Kiristoos Yesuus isa gaarii+ waan taateef, gama keetiin rakkina si irra gaʼu dandaʼi.+
24 Ani amma isiniif jedhee rakkachaa kanan jiru taʼus+ gammadaan jira. Kutaa qaama Kiristoos waanan taʼeef rakkinni ana irra gaʼu akka itti fufu natti dhagaʼama. Rakkinni kunis qaama Kiristoosiif,+ jechuunis gumichaaf+ faayidaa argamsiisa.