-
Uumama 22:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kana booda Waaqni dhugaan Abrahaamiin ni qore;+ “Yaa Abrahaam!” jedhee isa waame; Abrahaamis, “Kunoo asan jira!” jedhee deebise. 2 Achiis, “Maaloo, ilma kee tokkicha isa baayʼee jaallattu+ Yisihaaqiin+ fuudhii gara biyya Mooriyaa+ dhaqi; achittis gaarota ani sitti argisiisu keessaa isa tokko irratti aarsaa gubamu godhiitii isa dhiheessi” jedhe.
-