Keessa Deebii 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+
19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+