Luqaas 12:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Garbichi fedhii gooftaa isaa hubatee qophaaʼaa hin taane yookiin wanta inni isa gaafatu* hin hojjenne sun siʼa baayʼee garafama.+ Yohaannis 9:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Yesuusis, “Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu isinitti hin taʼu ture. Amma garuu, ‘Ni argina’ jettu. Kanaafuu, cubbuun keessan isiniif hin dhiifamu”+ isaaniin jedhe. Yohaannis 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+
47 Garbichi fedhii gooftaa isaa hubatee qophaaʼaa hin taane yookiin wanta inni isa gaafatu* hin hojjenne sun siʼa baayʼee garafama.+
41 Yesuusis, “Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu isinitti hin taʼu ture. Amma garuu, ‘Ni argina’ jettu. Kanaafuu, cubbuun keessan isiniif hin dhiifamu”+ isaaniin jedhe.
22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+