LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun Shitiim+ keessaa dhoksaatti basaastota godhee namoota lama ni erge. Innis, “Dhaqaatii biyyattii, keessumaa immoo Yerikoo qoradhaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan gara mana dubartii sagaagaltuu Rahaab+ jedhamtu tokkoo dhaqanii achi taaʼan.

  • Iyyaasuu 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Manni ishii dallaa magaalattii cinaa waan tureef, ishiin karaa foddaa wadaroodhaan gad isaan buuste. Manni ishii dallicha irra jira ture.+

  • Iyyaasuu 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Magaalattiinis taate wanti ishii keessa jiru hundi guutummaatti haa balleeffaman;+ guutummaan magaalattii kan Yihowaa ti. Rahaab+ ishiin sagaagaltuun namoota nuti ergine waan dhoksiteef,+ ishii fi warra ishii wajjin manicha keessa jiran hundumaa qofatu lubbuudhaan oola.

  • Ibroota 11:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Rahaab ishiin sagaagaltuun sun warra hin ajajamne sanaa wajjin utuu hin balleeffamin kan hafte amantiidhaan ture; sababiin isaas, ishiin basaastota sana nagaadhaan simatteetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi