Roomaa 13:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+ 1 Qorontos 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 sababiin isaas, isin amma iyyuu nama foonii ti.+ Hinaaffaa fi lolli gidduu keessan jiraachuun isaa, nama foonii akka taatanii+ fi akka namoota addunyaatti deddeebiʼaa akka jirtan kan argisiisu mitii?
13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+
3 sababiin isaas, isin amma iyyuu nama foonii ti.+ Hinaaffaa fi lolli gidduu keessan jiraachuun isaa, nama foonii akka taatanii+ fi akka namoota addunyaatti deddeebiʼaa akka jirtan kan argisiisu mitii?