Ibroota 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+ 1 Pheexiros 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+ 1 Pheexiros 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+
9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+
17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+
6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+