-
Uumama 6:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan. 3 Achiis Yihowaan, “Namni foon* waan taʼeef, hafuurri koo bara baraaf isaaf hin obsu.+ Kanaafuu, guutummaan bara jireenyaa isaa waggaa 120 taʼa” jedhe.+
-