2 Qorontos 4:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, rakkinni* nu irra gaʼu yeroo muraasaaf kan turuu fi salphaa taʼus, ulfina caalaatti dabalaa deemuu* fi bara baraaf jiraatu nuuf argamsiisa;+ 1 Tasalonqee 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 kanas kan goone, Waaqayyo isa gara Mootummaa isaa+ fi ulfina isaatti isin waameef+ akka taʼutti deddeebiʼuu keessan akka itti fuftaniifi.+
17 Sababiin isaas, rakkinni* nu irra gaʼu yeroo muraasaaf kan turuu fi salphaa taʼus, ulfina caalaatti dabalaa deemuu* fi bara baraaf jiraatu nuuf argamsiisa;+
12 kanas kan goone, Waaqayyo isa gara Mootummaa isaa+ fi ulfina isaatti isin waameef+ akka taʼutti deddeebiʼuu keessan akka itti fuftaniifi.+