Maatewos 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ariʼataman+ gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti. Hojii Ergamootaa 5:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan. 1 Pheexiros 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Maqaa Kiristoosiif jettanii yoo arrabsamtan isin gammadoo dha;+ sababiin isaas hafuurri ulfinaa, eeyyee, hafuurri Waaqayyoo isin irra ni buufata.
41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan.
14 Maqaa Kiristoosiif jettanii yoo arrabsamtan isin gammadoo dha;+ sababiin isaas hafuurri ulfinaa, eeyyee, hafuurri Waaqayyoo isin irra ni buufata.