LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bara sanattii fi sana booda Nefiliimonni* lafa irra jiru turan. Yeroo sanatti ilmaan Waaqa dhugaa ijoollee durbaa ilmaan namootaa wajjin saalqunnamtii ni raawwatan; isaanis ijoollee dhiiraa isaaniif ni daʼan. Ijoolleen isaanii kunis bara duriitti namoota jajjaboo beekamoo taʼan turan.

  • Efesoon 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 sababiin isaas, waldhaansoon+ keenya dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaʼaa kanaa, jechuunis humnoota hafuurota hamoo+ iddoowwan samii keessa jiranii wajjini dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi