-
Yihudaa 12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namoonni kun affeerraa jaalalaa keessan irratti argamanii yommuu isinii wajjin nyaatan akkuma dhagoota bishaan keessa jiranii ti;+ isaan tiksitoota sodaa malee of soorani dha;+ duumessoota bokkaa hin qabnee fi bubbeedhaan asii fi achi oofamani dha;+ akkasumas mukeetii yeroo firii godhachuu qabanitti firii hin godhannee fi siʼa lama* duʼanii hundee isaaniitii buqqifamani dha; 13 akkuma dhaʼaan galaanaa cimaan hoomacha baasutti gocha isaanii isa qaanessaa gad baasu;+ isaan urjiilee asii fi achi jooranii fi dukkanni cimaan bara baraaf isaan eeggatu dha.+
-