2 Tasalonqee 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Dhugaa dha, iccitiin seera mormuu kun amma iyyuu hojjechaa jira;+ taʼus, iccitii taʼee kan turu hamma wanti amma isa dhowwu sun karaa irraa fuudhamutti dha. 1 Yohaannis 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yaa ijoolle, kun saʼaatii dhumaa ti; akkuma dhageessan mormituun Kiristoos dhufaa jira,+ ammuma iyyuu mormitoonni Kiristoos baayʼeen kaʼaniiru;+ kun saʼaatii dhumaa taʼuu isaa kanaan beekna.
7 Dhugaa dha, iccitiin seera mormuu kun amma iyyuu hojjechaa jira;+ taʼus, iccitii taʼee kan turu hamma wanti amma isa dhowwu sun karaa irraa fuudhamutti dha.
18 Yaa ijoolle, kun saʼaatii dhumaa ti; akkuma dhageessan mormituun Kiristoos dhufaa jira,+ ammuma iyyuu mormitoonni Kiristoos baayʼeen kaʼaniiru;+ kun saʼaatii dhumaa taʼuu isaa kanaan beekna.