-
Baʼuu 7:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Aaroniin akkana jedhi: ‘Isaan gara dhiigaatti akka jijjiiramaniif, ulee kee fudhadhuutii bishaanota,+ lageen, boʼoowwan,* caffeewwanii+ fi haroowwan Gibxii hundumaa irratti harka kee diriirsi.’ Bishaanota miʼawwan mukaa fi miʼawwan dhagaa keessa jiran dabalatee bishaanonni biyya Gibxii keessatti argaman hundi dhiiga ni taʼu.”
-