Mulʼata 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yohaannis irraa, gumiiwwan koonyaa Eeshiyaa keessa jiran torbaniif:+ “Isa jiru, isa turee fi isa dhufu,”+ akkasumas hafuurota torban+ teessoo isaa dura jiran irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu; Mulʼata 16:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Maleekaan inni bishaan irratti aangoo qabus akkana yommuu jedhu nan dhagaʼe: “Ati inni jirtuu fi inni turte,+ inni amanamaa taate,+ murtiiwwan kana waan dabarsiteef ati qajeelaa dha;+
4 Yohaannis irraa, gumiiwwan koonyaa Eeshiyaa keessa jiran torbaniif:+ “Isa jiru, isa turee fi isa dhufu,”+ akkasumas hafuurota torban+ teessoo isaa dura jiran irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu;
5 Maleekaan inni bishaan irratti aangoo qabus akkana yommuu jedhu nan dhagaʼe: “Ati inni jirtuu fi inni turte,+ inni amanamaa taate,+ murtiiwwan kana waan dabarsiteef ati qajeelaa dha;+