Maatewos 17:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuus guyyaa jaʼa booda Pheexiros, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin kophaa isaanii fudhatee gaara dheeraa tokkotti ol baʼe.+ 2 Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; uffanni isaas akka ifaa calaqqise.*+
17 Yesuus guyyaa jaʼa booda Pheexiros, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin kophaa isaanii fudhatee gaara dheeraa tokkotti ol baʼe.+ 2 Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; uffanni isaas akka ifaa calaqqise.*+