Maatewos 24:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Saboota hundumaatti ragaa akka taʼuuf misiraachoon Mootummichaa guutummaa lafaa irratti ni lallabama;+ sana booda dhumni ni dhufa. Maarqos 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kana malees, jalqaba saba hundumaatiif misiraachoon lallabamuu qaba.+ Hojii Ergamootaa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+
14 Saboota hundumaatti ragaa akka taʼuuf misiraachoon Mootummichaa guutummaa lafaa irratti ni lallabama;+ sana booda dhumni ni dhufa.
8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+