-
Mulʼata 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Gaanfonni kurnan ati argite mootota kurnan warra amma iyyuu mootummaa hin fudhanne argisiisu; haa taʼu malee, isaan bineensichaa wajjin aangoo fudhatanii saʼaatii tokkoof mootota taʼu.
-