Faarfannaa 97:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti haa gammaddu.+ Odolawwan hedduun haa ililchan.+ Isaayyaas 52:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda! Mulʼata 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.
7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda!
15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.