Mulʼata 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Gurra kan qabu wanta hafuurri gumiiwwanitti dubbatu haa dhagaʼu:+ Isa injifatuuf+ muka jireenyaa isa jannata Waaqayyoo keessa jiru irraa akka nyaatu isaaf nan heyyama.’+
7 Gurra kan qabu wanta hafuurri gumiiwwanitti dubbatu haa dhagaʼu:+ Isa injifatuuf+ muka jireenyaa isa jannata Waaqayyoo keessa jiru irraa akka nyaatu isaaf nan heyyama.’+