-
Hojii Ergamootaa 15:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Sababiin isaas, wantoota barbaachisoo taʼan kanaan alatti baʼaa dabalataa akka isinitti hin feene, hafuurri qulqulluu+ fi nuti murteessineerra: 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”
-