-
Mulʼata 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “‘Ani isa injifatu sana mana qulqullummaa Waaqa koo keessatti utubaa nan godha, inni sana booda matumaa achi keessaa hin baʼu; ani maqaa Waaqa koo+ fi maqaa magaalaa Waaqa koo, jechuunis Yerusaalem Haaraa,+ ishii samii keessaa Waaqa koo biraa gad buutuu fi maqaa koo isa haaraa isa irratti nan barreessa.+
-