-
Maatewos 24:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Kanaafuu, Gooftaan keessan guyyaa kamitti akka dhufu waan hin beekneef, yeroo hundumaa dammaqaa eegaa.+
-
-
Luqaas 12:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Garboonni yommuu gooftaan isaanii dhufu utuu dammaqanii eeganii isaan argatu gammadoo dha! Dhuguman isiniin jedha, inni erga mudhii isaa hidhatee booda, maaddiitti akka dhihaatan godhee isaan bira dhaabbatee isaan keessummeessa.
-
-
Luqaas 12:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti akka dhufu utuu beekee, manni isaa cabsamee akka saamamu hin godhu ture.+
-