Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu Maaliifi?
Lakk. 2 2020
© 2020 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokkodha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.