SAANDUQA 9A
Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Bara Duriitti
1. Waaqeffannaa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa bilisa taʼe
2. Biyya misoomtuutti deebiʼuu
3. Aarsaawwan fudhatama qaban Yihowaadhaaf dhiheessuu
4. Dhiironni amanamoon dursa fudhatanii akka geggeessan gochuu
5. Mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti tokkummaadhaan waaqeffachuu