Wanti baratte sitti toleeraa?
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Kitaaba Qulqulluu caalaatti barachuu barbaaddaa?
Kun barumsawwan kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami jedhamu keessatti barattu keessaa muraasa isaa ti.
Kitaabichaafis taʼe barumsichaaf maallaqa akka kaffaltu hin gaafatamtu. Yeroo fi iddoo siif mijatutti si qoʼachiisuu dandeenya.
Barumsa Kitaaba Qulqulluu kana keessatti, deebii gaaffilee armaan gadii dabalatee barumsa hedduu argatta:
Kaayyoon jireenyaa maali dha?
Nagaa dhugaa argachuun kan dandaʼamu akkamitti?
Maatiiwwan gammadoo taʼuu kan dandaʼan akkamitti?
Kitaabni Qulqulluun yeroo gara fuulduraa ilaalchisee abdiiwwan akkamii kenna?